Ayyaanota Oromoo Gadaa Oromoo Gadaa System Officials Gootota Oromoo
100
Ayyaana Boorantichaa
Ayyaana warri abbootii ( ayyaana dhiira warra mana bahee) waggaa keessatti yeroo tokko akka amantiitti maatiin ykn balballi tokko qe’e angafaatti walgahee kabajudha.
100
What is Foollee, ykn Gaammee xixiqqaa
Sirna sadarkaa gadaa Oromoo, umrii 8-16 tti jiru
100
What is Abbaa Bokku
dura taa'aa sirna gadaa ykn president of the gadaa system
200
What is Ateetee
Ayyaana haadhaati. Ayyaana dubartii fi hormaataati. Oromoon kan dhugeeffatu, ayyaana sanyii fi hormaataa kan dubartiin facaafattu.
200
What is Qondaala, ykn Gaammee gurguddaa
Sirna sadarkaa gadaa Oromoo, umrii 16-24 tti jiru
200
What is Abbaa Dubbii
The Speaker who presents the decision of the presidium to the Assembly
300
What is Wadaaja/Wadaajo
Kanas warra ykn maatii tokkotu bulfata. Guyyaa kana ayyaantuu warra dhahaa fi faaruu ayyaana kanaa beekan afeeruun Waaqa isaanii kadhachaa, faarfachaa, galateeffachaa bulu.
300
What is Kuusa
Sirna sadarkaa gadaa Oromoo, umrii 24-32 tti jiru
300
What is Abbaa Alangaa
The Judge who executes the decision
400
What is Irreechaa
Ayyaana sirna aadaa Oromoo gamtaadhaan tulluu fi malkaa irratti ba’anii waaqa kadhatanii, faarfatanii fi galateeffatan.
400
What is Raaba Doorii
Sirna sadarkaa gadaa Oromoo, umrii 32-40 tti jiru
400
What is Abbaa Sa'aa
The gadaa official In charge of the economy
500
What is Taaboree/Ukee
Ayyaanni kun ayyaana ijoollee dhiiraa kan ganni isaanii waggaa 16 gadi ta’an waggaatti altokko kabajani. Guyyaa ayyaana kanaa mijuu fi cunqoo qophaa’eef erga soorratanii eebbifatanii booda dirreetti waliin bahuun Qaccee dhukaasu ykn wallaansoo taphatu.
500
What is Gadaa
Sirna sadarkaa gadaa Oromoo, umrii 40-48 tti jiru
500
What is Abbaa Seeraa
Memoriser of the laws and the results of the Assembly's deliberations.






The Oromo Jeopardy Show

Press F11 for full screen mode



Limited time offer: Membership 25% off


Clone | Edit | Download / Play Offline